Kaayoo & Akeeka

Mission statement/Kaayoo Yaada Hundeeffamaa/Yaadni bu'uraa: eenyummaa ifii beekuu, khabajnee khabajchiisuu; barnootaa aadaa tii fi ammayyaa, beekkomsaa fi ogummaa babal'isuu; rakkoo fi gufuu qunnamnu marii, tumsaa fi qaroomaan furree, dhaloota itti aannuu fi jireenya hegeree dagaagusuu dha.






Akeeka/Xiyyeeffata/Objective "Walii Galan Alaa Galan!"